- Paarkii Biyyoolessaa Gaarren Baalee paarkii biyoollessaa Oromiyaa godina Baalee keessa jiru yoo ta'u paarkin kun bidoollee dachee addunyaarra jiru kamiyyuu caalaa bineensota baayyinaan achi jiraatan qabaachuun beekkama. Paarkin kun bara 2009 Tarree Ambaa Addunyaa kan Yeroo keessatti galmaa'eera. Paarkin Baalee ballina tilmaamaan 2,150 km2 ta'u qaba. Paarkin kun bidoollee adda ta'an shanitti qooddama: lafa margaa kaabaa (Sulula Geeysee), lafa mukkeenii kaabaa (bakka itti biiron paarkicha too'atu argamu), lafa margaa Afiroo-alpaayin (pilaatoo Saannatee), Erica Moorlands, fi bosona Harannaa ti. Paarkin kun iddoo jeedalli fardaa (Canis simensis) fi gadamsa gaarrenii (Tragelaphus

Jeedalli diimtuun sanyii bineeldota marartoo Itoophiyaa qofaa keessatti argamtu yoo taatu, sanyii bineensota baduuf qarree gahanitti ramadamti.
Harki caalaan bineensa kanaa Oromiyaa keessaa paarkii gaarreen Baalee keessatti argama.

Itoophiyaan biyyoota addunyaa qabeenyaa uumamaa heddu qaban 25 keessaa tokko ta'ushee, oggeeyyoon dame kanaa ni dubbatu.
Dr. Asaffaa Mabiraatee barsiisaafi qorataan dame qabeenya bineensota bosoonaa Itoophiyaa BBC'tti akka himanitti, qabeenya bineensota bosonaa addunyaarra jiran keessaa akaakuun hoosistootaa 36, simbirroota 18 fi kanneen lafarra loo'an 15 Itoohpiyaatti qofatti argamu.
Bara 1960 keessa da'oon bineensota bosonaa badiinsa oolchuuf tajaajilan shan qofaa kan turan yoo ta'u, walakkaa jaarraan booda garuu gara 27 tti guddataniiru,'' jedhu Dr. Assaffaan.
Kana malees, bineensota bosonaa kunuunsuuf bal'ina waliigala biyyattii keessaa dhibbentaa 18.4 kan ta'u paarkoota dabalatee da'oo bineensota bosonaaf kan daangeffameedha.
Haa ta'u malee, qabeenyi qabeenya boosoonaa haala yaachisaa ta'een hir'achaa jira, jedhu Dr. Asaffaan. Naannoolee biyyattii da'oofi paarkiiwwan akaakuun bineensoota bosoonaa hedduun keessatti argaman keessaa tokko Naannoo Oromiyaa ta'u ragaaleen ni mul'isu.

7. Kotor, Montenegro 🇲🇪
While nearby Dubrovnik draws the crowds, Kotor is a quieter Adriatic gem with medieval architecture, stunning fjord-like views, and a peaceful old town vibe.
✈️ Why Explore Hidden Gems?
Traveling to lesser-known destinations not only offers a richer, more authentic experience but also supports local communities and helps reduce the impact of overtourism.